Baga nagaan gara marsariitii keenya Jalo Press itti nagaan dhuftan harraa immoo waa’ee kulkulfannaa appeendiksii wajjiin ilaalaa. Dalagaan mar’immaanii ykn Appeendiksiin kutaa mar’immaan furdaa gara jalqabaa (proximal large intestine) irratti…
Category: Wellness
XANNACHA DAFQAA
Dafqi dhangala’aa qaamni keenya uumamaan tempireechara/hoo’a qaama keenyaa too’achuuf maddisiisuudha. xannacha dafqaa Kana gochuuf immoo, gogaa keenya irratti kan argaman xannachoo taxixiqqoo xannachoota dafqaa (sweatglands) jedhaman gosa lamatu jira. Isaanis:-…
DHIBEE BUSAA
Baga nagaan gara marsariitii keenya Jalo Press itti nagaan dhuftan. Dhibee busaa dur irraa kaasee dhibee beekamuu fi yeroodhaan kan hin yaalamne yoo ta’e lubbuu nama galaafachuu kan danda’uudha. Dhibeen…
Ittisa HIV/AIDS
Baga nagaan gara marsariitii keenya Jalo Press itti nagaan dhuftan. Maloota Ittisa HIV/AISD dhukkuba kanaa hubachuudhaaf karaa dhukkubni kun ittiin daddarbu armaan olitti eraman beekuu barbaachisa. Haaluma kanaan carraa dhukkuba…
HIV/AIDS
Dhukkubni HIV/AIDS yeroo jalqabaaf bara 1981 ALA kan mul’ate yoo ta’u hanga ammaatti dhukkuba tamsa’aa jiruudha. Dhukkubichi vaayiresii HIV (Human immunedeficiency) jedhamuun kan dhufuudha. Vaayiresiin HIV gosoota gurguddoo lama (HIV-1…
