Guduunfamuu Mar’immaanii

Guduunfamuu Mar’immaanii Mar’immaan sirna bullaa’insa nyaataa keessatti gahee guddaa taphata. Innis, nyaanni nyaanne sirnaan bullaa’ee fixuuxxamee akka tajaajila qaamaatii fooluu fi hafteen nyaataa immoo akka gara alaatti bahu taasisa. Mar’immaan…

ONNEE FI DHUKKUBA ONNEE

Baga nagaan gara marsariitii keenya Jalo Press itti nagaan dhuftan.haraa waa’ee onnee fi dhukkuba onnee wajjiin ilaalaa. Onneen keenya qaama jiraachudhaaf dirqama barbaachisan keessaa ishee tokko. Onneen dhiigni qaamaaf akka…

DHUKKUBA KINTAAROTII

Kintaarotiin Maali? Kintaarotiin ujummoolee dhiiga-deebisan (veins) kan gurmuun naannoo teessuma keenyaatti uumamaan argaman, wantoota garagaraa kanneen akka dhuufuu fi bobbaa keenya too’achuufnu fayyadaniidha. Dhibeen Kintaarotii hoo? Dhibeen kun kan uumamu…

TIRUU FI DHIBEE TIRUU

Haraa immoo waa’ee Tiruu fi dhibee Tiruu ilaalaa.Tiruun qaamolee keenya keessaa baay’ee murteessoo fi dalagaa hedduu kan qabduudha. Tiruun garaa keenya gara olii gara fuulduraa fi harki caalaan gara mirgaatti…

DHUKKUBBII DUGDAA

Dhukkubbii dugdaa beekkamaa fi rakkoo namoota hedduuti. Dhukkubbiin kun namoota umrii kamuu keessa jiran muudatus, garuu namoota umriin deeman irratti ni baay’ata (akkumaumriin dabalaa deemu carraan rakkoo kana qabaachus dabalaadeema).…

DHUKKUBA SUKKAARAA

Baga nagaan gara marsariitii keenya Jalo Press itti nagaan dhuftan. haraa immoo waa’ee dhukkuba sukkaaraa wajjiin ilalaa. Ilmi namaa lubbuun jiraachuuf wantoota dirqamaisa barbaachisan keessaa inni tokko nyaata. Nyaanni guyyaa…

OLKA’UU DHIIBBAA DHIIGAA

Baga nagaan gara marsariitii keenya Jalo Press itti nagaan dhuftan Olka’uu Dhiibbaa dhiigaa jechuun humna ittiin dhiigni onnee irraa ka’ee gara qaamota keenya garagaraatti raabsamuuf hidda dhiiga raabsituu (artery) keessatti…