MIIDHAA MATAA IRRA GAHU

Baga nagaan gara marsariitii keenya Jalo Press itti nagaan dhuftan. Har’aa immoo waa’ee miidhaa mataa irra gahu wajjiin ilalaa. Mataan kutaa qaama namaa iddoo qaamoleen baay’ee barbaachisoo ta’an itti argamaniidha.…

SIRNA NARVII

Namni tokko fayya qabeessa ta’ee jiraachuudhaaf sochiin qaama isaa keessatti taasifamu too’atamuu qaba. Kanas, kan godhu sirna Narvii fi sirna Indookiraayinii jedhaman fayyadamuudhaan. Sirni narvii baay’ee saffisaa kan ta’ee fi…

DHUKKUBA ASMII

Dhukkuba asmii dhukkubni asmii sirna hargansuu huban keessaa isa tokkoodha. Dhukkubni kun dhukkuba daddarboo hin taanee fi kan yeroo dheeraaf nama irra turuudha. Dhukkubni kun ujummoolee qilleensaa fi dameewwan xixiqqoo…

DHIBEE KALEE

Baga nagaan gara marsariitii keenya Jalo Press itti nagaan dhuftan Dhibee kalee fi kalee waliin walqabatan rakkoo yeroo ammaa kana guutuu addunyaatti babal’ataa fi yaaddoo guddaa uumaa jiranidha. Dhibeen kalee…

DHIPHINA SAMMUU

Dhiphina Sammuu kan jedhamu deebii sammuun keenya jijjiirama naannoo, haala jireenya keenyaa fi waa’ee qaama keenyaaf itti uumaman kennu yoo dhiphina fi yaaddoo nurraan geessisedha. Dhiphinni uumamaan kan jiruudha. Namni…