Email duraan banannee turre password isaa yoo daganne akkamiin sirreeffanna?

Baga nagaan gara marsariitii keenya jalo press dhuftan jechaa har’a barnoota waa’ee Email duraan banannee turre password isaa yoo daganne akkamiin sirreeffanna? jedhuun wal qabatu qabannee dhufneerra, kanaafuu hamma xumuraatti…

Telegram keessan irratti wantoota kana beektuu?

Baga nagaan gara marsariitii keenya dhuftan jechaa har’a odeeffannoo teeknooloojii waliin wal qabatan keessaa waa’ee Telegram keessan irratti wantoota kana beektuu? kan jedhuu isiniit himuun dhufe. Kanaafuu maxxansa kana obsaan…

Guduunfamuu Mar’immaanii

Guduunfamuu Mar’immaanii Mar’immaan sirna bullaa’insa nyaataa keessatti gahee guddaa taphata. Innis, nyaanni nyaanne sirnaan bullaa’ee fixuuxxamee akka tajaajila qaamaatii fooluu fi hafteen nyaataa immoo akka gara alaatti bahu taasisa. Mar’immaan…

Laaptooppii yommuu bitannu corei, kan jedhu maal jechuudha?

Baga nagaan gara marsariitii keenya dhuftan jechaa har’a barnoota tokko waliin ilaalla. CPU yookiin processor jechuun kutaalee qaama kompiitara adda addaa keessaa sammuu kompiitara akka jechuuti. Laaptooppii yommuu bitannu corei3,…

Appilikeeshiniiwwan Faayidaa Qaban Kudhan (10) Itti Fayyadamaa

Baga nagaan gara marsariitii keenyattii dhuftan jechaa har’a appilikeeshiniiwwan faayidaa qaban kudhan (10) itti fayyadamaa addaaf isiniif kennaan kudhan qabannee isiniif dhufneerra, appilikeeshinoonni kunneen maal akka ta’anii fi maaliif akka…

Waa’ee File Compression Fi Sooftiweerii WinRAR jedhamu beektu?

Baga Nagaan Gara Marsariitii Keenya dhuftan jechaa Maxxansa keenya kan guyyaa har’aa keessatti odeeffannoo mata duree Waa’ee File Compression Fi Sooftiweerii WinRAR jedhamu beektu? jedhuu kana bal’inaan qabatee isiniif dhufeera,…

KULKULFANNAA APPEENDIKSII

Baga nagaan gara marsariitii keenya Jalo Press itti nagaan dhuftan harraa immoo waa’ee kulkulfannaa appeendiksii wajjiin ilaalaa. Dalagaan mar’immaanii ykn Appeendiksiin kutaa mar’immaan furdaa gara jalqabaa (proximal large intestine) irratti…

XANNACHA DAFQAA

Dafqi dhangala’aa qaamni keenya uumamaan tempireechara/hoo’a qaama keenyaa too’achuuf maddisiisuudha. xannacha dafqaa Kana gochuuf immoo, gogaa keenya irratti kan argaman xannachoo taxixiqqoo xannachoota dafqaa (sweatglands) jedhaman gosa lamatu jira. Isaanis:-…

DHIBEE BUSAA

Baga nagaan gara marsariitii keenya Jalo Press itti nagaan dhuftan. Dhibee busaa dur irraa kaasee dhibee beekamuu fi yeroodhaan kan hin yaalamne yoo ta’e lubbuu nama galaafachuu kan danda’uudha. Dhibeen…

Ittisa HIV/AIDS

Baga nagaan gara marsariitii keenya Jalo Press itti nagaan dhuftan. Maloota Ittisa HIV/AISD dhukkuba kanaa hubachuudhaaf karaa dhukkubni kun ittiin daddarbu armaan olitti eraman beekuu barbaachisa. Haaluma kanaan carraa dhukkuba…